LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 22:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Sana booda Yoshaafaax abbootii isaa wajjin ni boqote;+ Magaalaa abbaa isaa Daawit keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame; ilmi isaa Yooraamis+ bakka isaa mootii taʼe.

  • 2 Seenaa Baraa 21:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Abbaan isaaniis kennaa meetii fi warqii hedduu, akkasumas wantoota gatii guddaa qaban dabalatee, Yihudaa keessatti magaalota dallaa dhagaa qaban isaaniif kenne;+ haa taʼu malee, inni angafa waan tureef mootummicha Yooraamiif kenne.+

  • 2 Seenaa Baraa 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yooraam yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi