LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kunoo, namni dhukkuba nadaayiitiin* qabame tokko gara isaa dhufee erga isaaf sagadee booda, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu* dandeessa” isaan jedhe.+

  • Maatewos 11:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+

  • Luqaas 4:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Bara Eelsaaʼi raajichaattis namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman hedduun Israaʼel keessa jiru turan; taʼus Naʼamaan isa biyya Sooriyaa+ sana qofa malee, isaan keessaa tokko illee hin fayyine.”*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi