LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 4:32-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Eelsaaʼi yommuu manatti seenu, mucichi duʼee siree isaa irra ciisee ture.+ 33 Innis achi seenee ofii fi mucicha irratti balbalicha cufee Yihowaa kadhachuu jalqabe.+ 34 Achiis siree sana irra baʼee mucicha irra ciise; afaan isaa afaan mucichaatti, ija isaa ija mucichaatti, barruu isaas barruu mucichaatti qadaadee isa irratti gad jedhe; sana booda qaamni mucichaa hoʼuu jalqabe.+ 35 Achiis manicha keessa asii fi achi deemee, siree sana irra baʼee deebiʼee mucicha irratti gad jedhe. Mucichis siʼa torba erga haxxiffatee booda ija isaa banate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi