-
2 Mootota 8:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Utuma inni Eelsaaʼi akkamitti mucaa duʼe sana akka kaase+ mootichatti himaa jiruu, dubartiin Eelsaaʼi ilma ishii duʼaa kaase sun waaʼee mana ishii fi waaʼee lafa ishiitiif mootichatti iyyannoo dhiheeffachuuf ni dhufte.+ Gehaazis yeruma sana, “Yaa gooftaa koo yaa mootii, dubartittiin ishii tana dha; ilmi ishii inni Eelsaaʼi duʼaa kaases isa kana dha” jedhe.
-