-
1 Mootota 18:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Naannoo yeroo aarsaan midhaanii inni galgalaa itti dhihaatutti,+ Eeliyaas raajichi gara fuulduraatti dhihaatee akkana jedhe: “Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Israaʼel kan taate yaa Yihowaa, ati Israaʼel keessatti Waaqa akka taatee fi ani immoo tajaajilaa kee akkan taʼe, wantoota kana hunda kanan godhes dubbii keetiin akka taʼe harʼa haa beekamu.+
-