2 Seenaa Baraa 24:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ilmaan isaa fi murtiiwwan hedduu isa irratti dabarfaman,+ akkasumas mana Waaqa dhugaa haaressuu*+ isaa ilaalchisee wantoonni kun hundi barreeffamoota* Kitaaba Moototaa keessatti barreeffamaniiru. Ilmi isaa Amaaziyaanis bakka isaa mootii taʼe.
27 Ilmaan isaa fi murtiiwwan hedduu isa irratti dabarfaman,+ akkasumas mana Waaqa dhugaa haaressuu*+ isaa ilaalchisee wantoonni kun hundi barreeffamoota* Kitaaba Moototaa keessatti barreeffamaniiru. Ilmi isaa Amaaziyaanis bakka isaa mootii taʼe.