-
Leewwota 20:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Namni biyya Israaʼel yookiin namni biyya ormaa Israaʼel keessa jiraatuu fi ijoollee isaa Moleekiif kennu kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Namoonni biyyattii dhagaadhaan tumanii isa haa ajjeesan. 3 Inni ijoollee isaa Moleekiif waan kenneef, iddoo qulqulluu koo waan xureessee+ fi maqaa koo isa qulqulluu waan salphiseef, anumti fuula koo nama sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*
-