Keessa Deebii 6:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase akka hin irraanfanne of eeggadhu.+ 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+
12 Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase akka hin irraanfanne of eeggadhu.+ 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+