LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+

  • 1 Mootota 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Haa taʼu malee, hanga yeroo sanaatti manni maqaa Yihowaatiif taʼu waan hin ijaaramneef,+ namoonni aarsaa kan dhiheessan iddoowwan ol kaʼoo+ irratti ture.

  • 2 Mootota 14:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yoʼaas+ Ilmi Yehoʼahaaz mootii Israaʼel mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, Amaaziyaan ilmi Yoʼaas mootii Yihudaa mootii ni taʼe.

  • 2 Mootota 14:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan;+ namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi