LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 18:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Haa taʼu malee, harki Yihowaa Eeliyaas irratti ni dhufe; innis uffata isaa maree mudhii isaatti suuqqachuudhaan* hamma Yezriʼel gaʼutti Ahaab dura buʼee fiige.

  • Hisqiʼel 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 biyya Kaladootaa+ keessatti laga Kebaar biratti dubbiin Yihowaa gara Hisqiʼel* ilma Buzii lubichaa ni dhufe. Achitti harki Yihowaa isa irratti ni dhufe.+

  • Hojii Ergamootaa 11:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kana malees, harki Yihowaa* isaanii wajjin ture; namoonni hedduunis amantoota taʼanii gara Gooftaatti deebiʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi