LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 31:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hisqiyaas guutummaa Yihudaa keessatti kana ni raawwate; inni wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti gaarii fi sirrii taʼe ni godhe; isaafis amanamaa ture. 21 Inni hojiiwwan tajaajila mana Waaqa dhugaa+ wajjin yookiin Seerichaa fi ajaja kenname eeguu wajjin wal qabatan, warra inni Waaqa isaa barbaaddachuuf jalqabe hundumaa garaa guutuudhaan ni raawwate; milkaaʼinas ni argate.

  • Faarfannaa 25:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Cubbuun bara dargaggummaatti raawwadhee fi balleessaa koo hin yaadatin.

      Yaa Yihowaa, gaarummaa keetiif jedhiitii,+

      Akka jaalala kee isa amanamaatti na yaadadhu.+

  • Faarfannaa 119:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  49 Dubbii* kee isa ana tajaajilaa keetiif kennite,

      Isa ittiin abdii naaf kennite* sana yaadadhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi