Ermiyaas 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yihowaan akkana naan jedhe: “Museenii fi Saamuʼel na dura yoo dhaabbatan illee,+ ani saba kanatti gara laafina hin argisiisu.* Ana duraa isaan ariʼi. Haa deeman. Faaruu Ermiyaas 3:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 “Nuti yakkineerra, fincilleerras,+ atis dhiifama hin goone.+
15 Yihowaan akkana naan jedhe: “Museenii fi Saamuʼel na dura yoo dhaabbatan illee,+ ani saba kanatti gara laafina hin argisiisu.* Ana duraa isaan ariʼi. Haa deeman.