LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 24:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanti kun akka Yihowaan ajajetti Yihudaa irra ni gaʼe; kunis kan taʼe, cubbuuwwan Minaaseen hojjete hundumaatiin kan kaʼe+ inni Yihudaa of duraa balleessuu waan barbaadeef,+ 4 akkasumas dhiiga qulqulluu inni dhangalaaseen kan kaʼe dha;+ inni dhiiga qulqulluudhaan Yerusaalemiin guutee ture; Yihowaanis dhiifama isaaf gochuuf fedhii hin qabu ture.+

  • Daaniʼel 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 nuti cubbuu hojjenneerra, balleessaa fi hammina raawwanneerra, fincilleerras;+ ajajawwan kee fi murtiiwwan kee irraa gorreera.

  • Daaniʼel 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi