Nahimiyaa 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaanis, “Warri boojuu irraa oolanii koonyaa sana keessa jiraatan haala gaddisiisaa taʼee fi salphina keessa jiru.+ Dallaawwan Yerusaalem diigamaniiru;+ karrawwan ishiis ibiddaan gubamaniiru”+ jedhanii naaf deebisan. Ermiyaas 39:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis Kaladoonni mana* mootichaa fi mana uummata sanaa ni guban;+ dallaawwan Yerusaalemis ni diigan.+
3 Isaanis, “Warri boojuu irraa oolanii koonyaa sana keessa jiraatan haala gaddisiisaa taʼee fi salphina keessa jiru.+ Dallaawwan Yerusaalem diigamaniiru;+ karrawwan ishiis ibiddaan gubamaniiru”+ jedhanii naaf deebisan.
8 Achiis Kaladoonni mana* mootichaa fi mana uummata sanaa ni guban;+ dallaawwan Yerusaalemis ni diigan.+