LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti sabichi Yihowaa duratti akka malee gungumuu jalqabe. Yihowaanis yommuu kana dhagaʼutti aariin isaa ni bobaʼe; ibiddis Yihowaa biraa dhufee isaan irratti bobaʼuu fi qarqara buufatichaatti namoota tokko tokko nyaachuu jalqabe.

  • Lakkoofsa 16:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis ibiddi Yihowaa biraa baʼee+ namoota 250 warra ixaana aarsaa turan sana ni nyaate.+

  • Luqaas 9:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Barattoonni isaa Yaaqoobii fi Yohaannis+ yommuu kana argan, “Yaa Gooftaa, ibiddi samii irraa buʼee akka isaan balleessu+ akka ajajnu ni barbaaddaa?” jedhan.

  • Yihudaa 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haaluma wal fakkaatuun, Sodoomii fi Gomoraan, akkasumas magaalonni naannoo isaanii jiran halalummaadhaaf* dabarsanii of kennaniiru, fedhii foonii isa uumamaan ala taʼe+ duukaas buʼaniiru; isaan ibidda bara baraatiin adabamuudhaan fakkeenya akeekkachiisaa nuuf taʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi