Fakkeenya 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Warri garaan isaanii jalʼaa taʼe Yihowaa duratti jibbisiisoo dha,+Warri karaa isaanii irratti balleessaa hin qabne garuu isa ni gammachiisu.+ Fakkeenya 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Aarsaan hamootaa Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+Kadhannaan qajeelotaa garuu isa gammachiisa.+ Ibroota 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+
20 Warri garaan isaanii jalʼaa taʼe Yihowaa duratti jibbisiisoo dha,+Warri karaa isaanii irratti balleessaa hin qabne garuu isa ni gammachiisu.+
9 Ati qajeelummaa jaallattee jalʼina jibbite. Waaqayyo inni Waaqa kee taʼe, hiriyoota kee caalchisee zayitii gammachuutiin kan si dibe+ kanaafi.”+