-
1 Saamuʼel 14:45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Namoonni sun garuu Saaʼoliin akkana jedhan: “Yonaataan inni Israaʼeliif injifannoo* guddaa kana argamsiise duʼuu qabaa?+ Kun wanta hin yaadamne dha! Yihowaa isa jiraataa taʼeen ni kakanna, inni guyyaa kanatti kana kan godhe gargaarsa Waaqayyootiin waan taʼeef, rifeensa mataa isaa keessaa tokko illee lafa hin buʼu.”+ Akka kanaan namoonni sun Yonaataaniin waan oolchaniif,* inni utuu hin ajjeefamin hafe.
-