LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, akkuma Yihowaan, ‘Maqaa kootiif mana kan ijaaru, ilma kee isa ani bakka kee teessoo kee irra kaaʼu dha’ jedhee abbaa koo Daawitiif waadaa gale, ani maqaa Waaqa koo Yihowaatiif mana ijaaruu yaadeera.+

  • 1 Seenaa Baraa 22:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mana maqaa kootiif taʼu kan ijaaru isa dha.+ Inni ilma koo ni taʼa, anis abbaa isaa nan taʼa.+ Ani teessoo mootummaa isaa Israaʼel irratti bara baraaf jabeessee nan dhaaba.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi