LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu.

  • 1 Seenaa Baraa 26:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yizhaarota+ keessaa, Kenaaniyaa fi obboloonni isaa hojiiwwan bulchiinsaa mana Waaqayyootiin alatti raawwataman irratti Israaʼel irratti geggeessitootaa fi abbootii murtii+ taʼanii muudamanii turan.

  • 2 Seenaa Baraa 19:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees Yoshaafaax, Yihowaadhaaf abbootii murtii taʼanii akka tajaajilanii fi falmii jiraattota Yerusaalem gidduutti kaʼuuf furmaata akka kennaniif, Yerusaalem keessatti Leewwotaa fi luboota tokko tokko, akkasumas dura buutota manneen abbootii Israaʼel tokko tokko ni muude.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi