1 Mootota 8:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Yihowaan duumessa gurraacha+ keessa akka jiraatu dubbateera. 13 Ani mana ulfina qabeessa iddoo dhaabbataa ati bara baraaf keessa jiraattu+ siif ijaareera.” Faarfannaa 135:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaan inni Yerusaalem keessa jiraatu,+Xiyoon keessaa haa jajamu.+ Yaahiin jajadhaa!+
12 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Yihowaan duumessa gurraacha+ keessa akka jiraatu dubbateera. 13 Ani mana ulfina qabeessa iddoo dhaabbataa ati bara baraaf keessa jiraattu+ siif ijaareera.”