-
Baʼuu 36:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 “Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii* qabu hundumaa wajjin ni hojjeta; namoonni kun akkuma Yihowaan ajajetti hojii tajaajila qulqulluu hundumaa hojjechuu akka beekaniif Yihowaan ogummaa fi hubannaa isaaniif kenneera.”+
2 Achiis Museen Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii qabu hundumaa warra Yihowaan garaa isaanii keessa ogummaa kaaʼee+ fi nama hojicha fedhiidhaan hojjechuuf garaan isaa isa dirqisiise+ hundumaa ni waame.
-