LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 7:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Miʼawwan kun baayʼee waan taʼaniif, Solomoon miʼawwan hunda utuu hin madaalsisin dhiise. Ulfaatinni sibiila diimaa hammi isaa hin beekamu ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kana malees Daawit sibiila hedduu mismaara balbaloota karraatiif barbaachisanii fi maaxafaawwan tolchuuf oolan ni qopheesse; sibiila diimaa baayʼina isaatiin kan kaʼe madaalamuu hin dandeenyes ni qopheesse;+

  • 1 Seenaa Baraa 22:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kunoo, ani mana Yihowaatiif warqii taalaantii* 100,000 fi meetii taalaantii 1,000,000, sibiila diimaa fi sibiila+ hedduu madaalamuu hin dandeenye, akkasumas saanqaawwanii fi dhagoota qopheessuuf baayʼee dhamaʼeera;+ atis kana irratti ni dabalta.

  • Ermiyaas 52:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Sibiilli diimaan utubaawwan lamaan, Galaanichi, qotiyyoowwan sibiila diimaa 12n+ warri Galaanicha jalatti argamanii fi gaariiwwan Solomoon mana Yihowaatiif hojjechiise ittiin hojjetame hundi baayʼee waan taʼeef madaalamuu hin dandaʼu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi