LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 22:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yosiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti, Shaafaan ilma Azaaliyaa, ilma Meshulaam isa barreessaa taʼeen akkana jedhee gara mana Yihowaatti erge:+ 4 “Gara Hilqiyaa+ isa luba ol aanaa taʼe sanaatti ol baʼiitii, maallaqa isa gara mana Yihowaatti fidame isa karra eegdonni sabicha irraa walitti qaban+ hunda akka walitti qabu godhi.+ 5 Isaan maallaqicha namoota hojii mana Yihowaa keessatti hojjetamu irratti muudamaniif haa kennan; isaan immoo hojjettoota mana Yihowaa keessatti hojjetan warra manicha bakka miidhame* haaressaniif,+ 6 jechuunis warra ogummaa harkaa qabaniif, ijaartotaa fi warra dhagaadhaan ijaaraniif ni kennu; isaanis manicha haaressuuf saanqaawwanii fi dhagoota bocaman bituuf itti haa fayyadaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi