2 Mootota 25:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nebukadnezaar mootiin Baabilonis Gedaaliyaa+ isa ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ taʼe, namoota biyya Yihudaa keessatti dhiise sana irratti ni muude.+ Ermiyaas 40:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaanis, “Baʼaaliis inni mootii Amoonotaa+ taʼe si ajjeesuuf* Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa erguu isaa hin beektuu?”+ isaan jedhan. Gedaaliyaan ilmi Ahiqaam garuu isaan hin amanne.
22 Nebukadnezaar mootiin Baabilonis Gedaaliyaa+ isa ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ taʼe, namoota biyya Yihudaa keessatti dhiise sana irratti ni muude.+
14 Isaanis, “Baʼaaliis inni mootii Amoonotaa+ taʼe si ajjeesuuf* Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa erguu isaa hin beektuu?”+ isaan jedhan. Gedaaliyaan ilmi Ahiqaam garuu isaan hin amanne.