-
Ermiyaas 35:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Kanaafuu, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Waaqni raayyaa akkana jedha: ‘Ani kanan isaanitti dubbadhe taʼus, isaan waan na hin dhageenyeef, irra deddeebiʼee kanan isaan waame taʼus, isaan deebii waan naaf hin kennineef,+ kunoo, ani Yihudaa irrattii fi jiraattota Yerusaalem hundumaa irratti badiisa akkan fidu isaan akeekkachiise sana hundumaa nan fida.’”+
-