LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 30:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Hisqiyaas, isaan gara mana Yihowaa isa Yerusaalem keessatti argamuu dhufanii Yihowaa Waaqa Israaʼeliif Faasikaa akka kabajaniif+ gara guutummaa Israaʼelii fi guutummaa Yihudaatti dhaamsa erge;+ gosa Efreemii fi gosa Minaaseetiif+ illee xalayaa ni barreesse.

  • 2 Seenaa Baraa 30:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, isaan wanta mootichii fi bulchitoonni ajaja Yihowaatiin ajajan sana tokko taʼanii akka raawwatan gochuuf* harki Waaqa dhugaa Yihudaa irra ture.

  • 2 Seenaa Baraa 33:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+

  • 2 Seenaa Baraa 33:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees, iddoo aarsaa Yihowaa haaressee+ aarsaawwan gamtaa+ fi aarsaawwan galataa+ achi irratti dhiheessuu jalqabe; namoonni Yihudaas Yihowaa Waaqa Israaʼeliin akka tajaajilan ni ajaje.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi