LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan mana Yihowaa warra Nebukadnezaar Yerusaalem keessaa fudhatee mana waaqa isaa keessa kaaʼee+ ture sana gad ni baase.

  • Ermiyaas 27:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees ani lubootaa fi saba kana hundumaatiin akkana nan jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Isaan raajii sobaa isinitti dubbachaa waan jiraniif,+ dubbii raajota keessanii warra, “Kunoo, dhiheenyatti miʼawwan mana Yihowaa Baabilon irraa ni deebifamu!”+ jedhanii raajii isinitti dubbatan sanaa hin dhagaʼinaa.

  • Daaniʼel 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Boodas Yihowaan Yehoyaaqiim mootii Yihudaa fi miʼawwan mana* Waaqa dhugaa tokko tokko harka isaatti dabarsee kenne;+ innis gara biyya Shinaaritti,*+ gara mana* waaqa isaatti isaan geesse. Miʼawwan kanas mana qabeenyaa waaqa isaa keessa kaaʼe.+

  • Daaniʼel 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Belshaazaar daadhii wayinii dhugee yeroo itti hoʼu, mootichi, guguddoonni isaa, saajjatoonni* isaa fi haadhotiin manaa isaa warri kaan akka ittiin dhuganiif, miʼawwan warqii fi meetii warra abbaan isaa Nebukadnezaar mana qulqullummaa Yerusaalemitti argamu keessaa fudhate akka fidan ajaje.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi