-
Baʼuu 40:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Duumessi sun dunkaana walgaʼii irra waan tureef, akkasumas ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu sana guutee waan tureef, Museen achi keessa seenuu hin dandeenye.+
-
-
Lakkoofsa 4:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “Ilmaan Meraariis+ akka maatii isaaniittii fi akka mana abbootii isaaniitti ni galmeessita.
-