Baʼuu 34:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama boci;+ anis gabateewwan kana irratti jechoota gabateewwan dhagaa warra jalqabaa warra ati caccabsite+ sana irra turan nan barreessa.+ Baʼuu 40:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+
34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama boci;+ anis gabateewwan kana irratti jechoota gabateewwan dhagaa warra jalqabaa warra ati caccabsite+ sana irra turan nan barreessa.+
20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+