LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 8:41-43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 “Kana malees, namni biyya ormaa saba kee Israaʼel keessaa hin taanee fi maqaa keetiin kan kaʼe biyya fagoodhaa dhufe tokko+ 42 (isaan waaʼee maqaa kee isa guddaa,+ harka kee isa jabaa fi irree kee isa diriirfame waan dhagaʼaniif), dhufee gara mana kanaatti kadhannaa yoo dhiheesse, 43 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa+ dhagaʼi; sabni lafa irraa hundi akkuma saba kee Israaʼel maqaa kee akka beekanii fi akka si sodaataniif,+ akkasumas maqaan kee mana ani ijaare kana irratti akka waamamu akka beekaniif, wanta namni biyya ormaa sun si kadhate hunda isaaf godhi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi