Faarfannaa 89:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+ 29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+
28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+ 29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+