LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 5:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 kana malees, Solomoon bulchitoota+ warra ol aantummaadhaan hojjettoota toʼatan 3,300 qaba ture.

  • 1 Mootota 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Haa taʼu malee, Solomoon Israaʼelota keessaa eenyuun iyyuu garba hin godhanne;+ kanaa mannaa isaan loltoota isaa, tajaajiltoota isaa, bulchitoota isaa, ajajjoota raayyaa waraanaa isaa, ajajjoota warra gaarii fardaa oofanii fi ajajjoota abbootii fardeenii isaa turan.

  • 2 Seenaa Baraa 2:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Solomoon abbaan isaa Daawit namoota erga lakkaaʼee+ booda namoota biyya ormaa warra Israaʼel keessa jiraatan hundumaa ni lakkaaʼe;+ lakkoofsi isaaniis 153,600 taʼe. 18 Kanaafuu, inni namoota 70,000 warra hojii humnaa hojjetan,* namoota 80,000 warra gaarota irratti dhagaa bocan,+ akkasumas namoota 3,600 warra ol aantummaadhaan namoota sana hojjechiisan godhee ramade.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi