- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 8:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Achiis Solomoon iddoo aarsaa+ Yihowaa isa barandicha fuulduratti+ ijaare irratti aarsaawwan gubaman Yihowaadhaaf ni dhiheesse.+ 13 Innis barsiifata guyyaa guyyaadhaan ture sana hordofuudhaan, akkuma Museen ajajetti guyyoota Sanbataatti,+ guyyoota baatii haaraattii+ fi ayyaanota waggaatti siʼa sadii ayyaaneffatamuu qabanitti,+ jechuunis yeroo Ayyaana Maxinootti,+ yeroo Ayyaana Torbeewwaniittii+ fi yeroo Ayyaana Daasiitti*+ aarsaawwan ni dhiheesse.
 
 -