1 Mootota 9:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Hiiraam tajaajiltoota Solomoonii wajjin akka hojjetaniif tajaajiltoota ofii isaa, jechuunis namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban dooniiwwan kanaa wajjin ni erge.+ 28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan. 1 Mootota 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Mootichi dooniiwwan Tarshiish+ warra dooniiwwan Hiiraamii wajjin galaanicha irra deeman qaba ture. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan. 2 Seenaa Baraa 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hiiraamis+ dooniiwwanii fi namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban karaa tajaajiltoota ofii isaa isaaf ni erge. Isaanis tajaajiltoota Solomoonii wajjin gara Ofiir+ dhaqanii warqii+ taalaantii* 450 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.+
27 Hiiraam tajaajiltoota Solomoonii wajjin akka hojjetaniif tajaajiltoota ofii isaa, jechuunis namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban dooniiwwan kanaa wajjin ni erge.+ 28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.
22 Mootichi dooniiwwan Tarshiish+ warra dooniiwwan Hiiraamii wajjin galaanicha irra deeman qaba ture. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan.
18 Hiiraamis+ dooniiwwanii fi namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban karaa tajaajiltoota ofii isaa isaaf ni erge. Isaanis tajaajiltoota Solomoonii wajjin gara Ofiir+ dhaqanii warqii+ taalaantii* 450 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.+