Uumama 49:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Biiniyaam+ akka yeeyyiitti cicciruu isaa itti fufa.+ Inni ganama wanta adamse ni nyaata; galgala immoo boojuu ni hihira.”+ 2 Seenaa Baraa 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Aasaan raayyaa waraanaa namoota Yihudaa 300,000 qabate qaba ture; isaan gaachana guguddaa fi eeboo qabatanii turan. Gosa Biiniyaam keessaa loltoonni jajjaboon gaachana xixinnoo* fi iddaawwan qabatan* 280,000 turan.+
27 “Biiniyaam+ akka yeeyyiitti cicciruu isaa itti fufa.+ Inni ganama wanta adamse ni nyaata; galgala immoo boojuu ni hihira.”+
8 Aasaan raayyaa waraanaa namoota Yihudaa 300,000 qabate qaba ture; isaan gaachana guguddaa fi eeboo qabatanii turan. Gosa Biiniyaam keessaa loltoonni jajjaboon gaachana xixinnoo* fi iddaawwan qabatan* 280,000 turan.+