LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 15:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Akkoon isaa Maʼaakaan+ waaqeffannaa utubaa waaqeffannaatiif* akka taʼuuf waaqa tolfamaa isa balfamaa taʼe waan hojjetteef, aangoo mootuu taʼuudhaan qabdu irraa ishii ni buuse. Aasaan waaqa tolfamaa ishii isa balfamaa taʼe muree+ Sulula Qedroon+ keessatti gube. 14 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan.+ Taʼus Aasaan umurii* isaa guutuu garaan isaa Yihowaa biratti guutuu* ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi