LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yommuu namoonni kun hundi gamatti ceʼanis, namoonni biyyattii keessa jiran hundi sagalee isaanii ol kaasanii booʼu turan; mootichis Sulula Qedroon+ bira dhaabbachaa ture; namoonni hundis daandii gara lafa onaatti geessutti ceʼu turan.

  • 2 Seenaa Baraa 15:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Aasaan Mootichi akkoon isaa Maʼaakaan+ waaqeffannaa utubaa waaqeffannaatiif* akka taʼuuf waaqa tolfamaa isa balfamaa taʼe waan hojjetteef, aangoo mootuu taʼuudhaan qabdu irraa ishii ni buuse.+ Aasaan waaqa tolfamaa ishii isa balfamaa taʼe muree ni bulleesse; Sulula Qedroon keessattis ni gube.+ 17 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon Israaʼel keessaa+ hin balleeffamne turan.+ Taʼus Aasaan guutummaa umurii* isaatti garaan isaa guutuu* ture.+ 18 Wantoota innii fi abbaan isaa qulqulleessan, jechuunis meetii, warqii fi miʼawwan adda addaa gara mana Waaqa dhugaatti ni fide.+

  • Yohaannis 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, barattoota isaa wajjin gara iddoo biqiltuu Sulula Qedroon*+ gama jiru dhaqe; innii fi barattoonni isaa achi keessa seenan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi