LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 14:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni hojjete;+ cubbuu hojjetaniinis isa abbootiin isaanii godhan caalaa isa ni dheekkamsiisan.+ 23 Isaanis tabbawwan dhedheeroo hunda irrattii fi muka lalisaa+ hunda jalatti iddoowwan ol kaʼoo,+ siidaawwan waaqeffannaa fi utubaawwan waaqeffannaa*+ ofii isaaniitiif ni hojjetan.

  • 2 Mootota 14:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Amaaziyaan akka abbaa isaa Daawit taʼuu baatus, wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni raawwate.+ Inni wanta hunda akkuma abbaan isaa Yoʼaas raawwatetti ni raawwate.+ 4 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan;+ namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.+

  • 2 Mootota 23:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana malees, Yosiyaas manneen waaqeffannaa iddoowwan ol kaʼoo magaalota Samaariyaa keessatti argamanii fi mootonni Israaʼel Waaqayyoon dheekkamsiisuuf ijaaran hunda ni balleesse;+ inni wantuma Beetelitti godhe sana isaan irrattis ni godhe.+ 20 Kanaafuu, inni luboota iddoowwan ol kaʼoo warra achi turan hundumaa iddoowwan aarsaa sana irratti aarsaa godhe; lafee namootaas isaan irratti ni gube.+ Sana booda gara Yerusaalemitti deebiʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi