Isaayyaas 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture. Hisqiʼel 1:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos*+ taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture.+ Teessoo ol gubbaa jiru sana irras bifti isaa nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.+ Mulʼata 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis teessoo adii guddaa fi isa teessicha irra taaʼe sana nan arge.+ Laftii fi samiin isa duraa baqatan,+ iddoonis isaaniif hin argamne.
6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture.
26 Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos*+ taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture.+ Teessoo ol gubbaa jiru sana irras bifti isaa nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.+
11 Anis teessoo adii guddaa fi isa teessicha irra taaʼe sana nan arge.+ Laftii fi samiin isa duraa baqatan,+ iddoonis isaaniif hin argamne.