-
Isaayyaas 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaan hafuura burjaajaʼuu ishii irratti dhangalaaseera;+
Akkuma namni machaaʼe hooqqisa isaa keessa gatantarutti
Isaan wanta Gibxiin gootu hundumaatiin karaa irraa ishii jalʼisaniiru.
-
-
Hisqiʼel 14:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Haa taʼu malee, raajichi gowwoomfamee deebii yoo kenne, raajii sana kan gowwoomse ana Yihowaa dha.+ Ani harka koo isa irratti diriirsee saba koo Israaʼel keessaa haxaaʼee isa nan balleessa.
-