Ermiyaas 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis Paashuur Ermiyaas raajicha erga rukutee booda jirma isa Karra Biiniyaam Isa Olii biratti, mana Yihowaa keessatti argamu gidduu galchee isa hidhe.+ Maarqos 14:65 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 65 Isaan keessaa tokko tokko itti tufuu jalqaban;+ fuula isaa haguuganii abootteedhaan isa rukutaa, “Raajii dubbadhu!” isaan jedhan. Waardiyyoonni mana murtichaas kakkabalaa isa fuudhanii deeman.+
2 Achiis Paashuur Ermiyaas raajicha erga rukutee booda jirma isa Karra Biiniyaam Isa Olii biratti, mana Yihowaa keessatti argamu gidduu galchee isa hidhe.+
65 Isaan keessaa tokko tokko itti tufuu jalqaban;+ fuula isaa haguuganii abootteedhaan isa rukutaa, “Raajii dubbadhu!” isaan jedhan. Waardiyyoonni mana murtichaas kakkabalaa isa fuudhanii deeman.+