LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 24:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis Daawit bakka sanatti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa+ ijaaree, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheesse. Yihowaanis kadhannaa biyyattii ilaalchisee dhihaate ni dhagaʼe;+ dhaʼichi Israaʼel irra gaʼaa tures ni dhaabbate.

  • 1 Seenaa Baraa 21:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis maleekaan Yihowaa Daawit ol baʼee, oobdii Ornaan Yebuusichaa irratti Yihowaadhaaf iddoo aarsaa akka ijaaru+ akka itti himu Gaaditti+ dubbate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi