14 Achiis isaan lafee Saaʼolii fi lafee ilma isaa Yonaataan awwaala abbaa isaa Qiish+ isa biyya Biiniyaam bakka Zelaa+ jedhamutti argamu keessatti awwaalan. Wanta mootichi ajaje hundumaa erga raawwatanii boodas, Waaqayyo biyyattii ilaalchisee kadhannaa isaan dhiheessan ni dhagaʼe.+