LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Akka kanaan Yihowaan guyyaa sanatti Israaʼelota harka warra Gibxii jalaa ni oolche;+ Israaʼelonnis qarqara galaanichaatti reeffa warra Gibxii argan.

  • Faarfannaa 110:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan karaa harka mirgaa kee ni taʼa;+

      Guyyaa dheekkamsa isaattis mootota ni caccabsa.+

       6 Saboota irratti* murtii ni dabarsa;+

      Lafas reeffaan ni guuta.+

      Bulchaa* biyya balʼaas* ni caccabsa.

  • Isaayyaas 37:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Maleekaan Yihowaa tokkos gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese. Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi