Iyyaasuu 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan Israaʼelotaaf diinota naannoo isaaniitti argaman hundumaa irraa boqonnaa erga kennee+ guyyoota hedduu booda, Iyyaasuunis dulloomee yeroo umuriin isaa sokketti,+ 2 Saamuʼel 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Mootichi mana* isaa keessa jiraachuu yommuu jalqabee+ fi Yihowaanis diinota isaa warra naannoo isaa jiran hundumaa irraa yommuu boqonnaa isaaf kennetti, 2 Seenaa Baraa 15:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Garaa isaanii guutuudhaan waan kakataniif, gammachuudhaan waan isa barbaaddatanii fi innis isaaniif waan argameef,+ namoonni Yihudaa hundi kakaa sanatti ni gammadan; Yihowaanis kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne.+
23 Yihowaan Israaʼelotaaf diinota naannoo isaaniitti argaman hundumaa irraa boqonnaa erga kennee+ guyyoota hedduu booda, Iyyaasuunis dulloomee yeroo umuriin isaa sokketti,+
7 Mootichi mana* isaa keessa jiraachuu yommuu jalqabee+ fi Yihowaanis diinota isaa warra naannoo isaa jiran hundumaa irraa yommuu boqonnaa isaaf kennetti,
15 Garaa isaanii guutuudhaan waan kakataniif, gammachuudhaan waan isa barbaaddatanii fi innis isaaniif waan argameef,+ namoonni Yihudaa hundi kakaa sanatti ni gammadan; Yihowaanis kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne.+