2 Seenaa Baraa 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa. Faarfannaa 127:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.
2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa.
127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.