-
2 Mootota 8:20-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Bara isaatti Edoom Yihudaa irratti fincila kaastee+ mootii ofii ishii muuddatte.+ 21 Kanaafuu, Yooraam gaariiwwan fardaa isaa hundumaa wajjin Zaaʼiritti ceʼe; halkaniin kaʼees Edoomota warra isattii fi ajajjoota gaarii fardaa sanatti marsanii turan ni injifate; loltoonni sunis gara dunkaanota isaaniitti ni baqatan. 22 Haa taʼu malee, Edoom hamma harʼaatti Yihudaa irratti akkuma fincila kaastetti jirti. Libnaanis+ fincila kan kaaste yeroo sanatti ture.
-