LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 22:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Bara sanatti Edoom+ keessa mootiin hin jiru ture; bulchaa naannootu akka mootiitti bulcha ture.+

  • 2 Seenaa Baraa 21:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Bara isaatti Edoom Yihudaa irratti fincila kaastee+ mootii ofii ishii muuddatte.+ 9 Kanaafuu, Yooraamii fi ajajjoonni raayyaa waraanaa isaa gaariiwwan fardaa isaa hundumaa wajjin ni ceʼan; innis halkaniin kaʼee Edoomota warra isattii fi ajajjoota gaarii fardaa sanatti marsanii turan ni injifate. 10 Haa taʼu malee, Edoom hamma harʼaatti Yihudaa irratti akkuma fincila kaastetti jirti. Inni Yihowaa isa Waaqa abbootii isaa taʼe waan dhiiseef,+ Libnaanis+ yeroo sanatti isa irratti fincila ni kaaste.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi