LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Inni Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse. Guutummaa Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; Edoomonni hundis tajaajiltoota Daawit taʼan.+ Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundumaatti injifannoo* isaaf kenna ture.+

  • 2 Mootota 8:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Bara isaatti Edoom Yihudaa irratti fincila kaastee+ mootii ofii ishii muuddatte.+ 21 Kanaafuu, Yooraam gaariiwwan fardaa isaa hundumaa wajjin Zaaʼiritti ceʼe; halkaniin kaʼees Edoomota warra isattii fi ajajjoota gaarii fardaa sanatti marsanii turan ni injifate; loltoonni sunis gara dunkaanota isaaniitti ni baqatan. 22 Haa taʼu malee, Edoom hamma harʼaatti Yihudaa irratti akkuma fincila kaastetti jirti. Libnaanis+ fincila kan kaaste yeroo sanatti ture.

  • Faarfannaa 108:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

      Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

      Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi