LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 kanaafuu, dhiiga Abeel nama qajeelaa+ sana irraa jalqabee hamma dhiiga Zakkaariyaas ilma Baaraakiyaa, isa mana qulqullummaa fi iddoo aarsaa gidduutti+ ajjeestaniitti, dhiiga namoota qajeeloo lafa irratti dhangalaʼe hundumaatiif itti gaafatamtu.

  • Luqaas 11:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 dhiiga Abeel+ irraa jalqabee hamma dhiiga Zakkaariyaas isa iddoo aarsaa fi manicha* gidduutti ajjeefameetti+ itti gaafatama.’ Eeyyee, ani isinitti nan hima, dhaloonni kun dhiiga dhangalaʼeef itti gaafatama.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi